Logo
Daandii Haaloo S1
Maaddii Abol

Daandhi Haaloo

489DramaPG13

waqtii

1

Daandii Haaloo S1

Daandii Haaloo

Daandii Haloo. Jireenyaa durba ijjoollummaa isheetti abbaa isheen gatamteefi seera barachuun milkoofte. Boodarra hojii seeraa dhiisuun finfinnee dhuftee konkolaachiftuu ta'uu murteessite irratti kan xiyyeeffatu.

S1 | E8
25 Hagayya 08:00
'S1/E8'. Shamarreen abbaasheetiin ijoollummaan gatamte, hojii dhaabbata seeraa dhiistee nama sooressaa tokkoof konkolaac...